Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Adoolessa 4-10

Faarfannaa 60-68

Adoolessa 4-10
  • Faarfannaa 9 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yihowaa Isa Kadhata Namaa Dhagaʼu Jajadhaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 63:3—Gaarummaan Yihowaa jireenya irra kan wayyu akkamitti? (w06-AM 6/1 11 key. 7)

    • Far 68:18, NW—‘Dhiironni kennaa taʼan’ eenyu faʼi? (w06-AM 6/1 10 key. 4)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 63:1–64:10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda taphachiisi; achiis yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Ittiin lixa mataa isaanii akka qopheeffatan babalʼistoota jajjabeessi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 54

  • Jireenya Keenya Salphaa Gochuun Waaqayyoon Jajachuuf Nu Gargaara”: (Daq. 15) Mata duricha irratti mariʼachuudhaan jalqabaa. Achiis, viidiyoo JW Broadcasting irratti baʼee turee fi Jireenya Salphaa Jiraachuu Jalqabne jedhamu erga taphachiistee booda gabaabaatti irratti mariʼadhaa. Karaawwan jireenya isaanii salphaa gochuudhaan caalaatti Yihowaa tajaajiluu itti dandaʼan irratti akka yaadan hunda isaanii jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 9 key. 1-13

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 39 fi Kadhannaa