Yihowaa Isa Kadhata Namaa Dhagaʼu Jajadhaa
Waadaa Yihowaadhaaf galtan raawwachuuf kadhadhaa
Wanta garaa keessan keessa jiru kadhannaadhaan Yihowaa duratti dhangalaasuudhaan akka isatti amanamtan argisiisaa
-
Kadhannaa gaarii dhiheessuun miira keenya ibsuu dabalata
-
Wanta kadhannu adda baasnee caqasuun keenya deebii Yihowaan kennu beekuuf nu gargaara
Yihowaan kadhannaa namoonni qajeeloo taʼan hundi dhiheessan ni dhagaʼa
-
Yihowaan kadhannaa ‘namoonni foon uffatanii’ fi garaadhaa isa beekuu, akkasumas fedha isaa raawwachuu barbaadan hundi dhiheessan ni dhagaʼa
-
Yeroo kamitti iyyuu Yihowaatti kadhannaa dhiheessuu ni dandeenya
Dhimmawwan ani kadhannaa koo keessatti caqasuu barbaadu: