BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Adoolessa 2018
Maree Fakkeenya Taʼu
Maree fakkeenya taʼuu fi waaʼee qajeelfama Kitaaba Qulqulluu maatiin gammachuu akka qabaatu gumaacha godhu dubbatu.
BEEKUMA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Arjummaadhaan Safaraa
Namni arjaan namoota kaan gargaaruu fi jajjabeessuuf wanta qabu gammachuudhaan kenna.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Duuka Buutuu Koo Taʼi—Kun Maal Gochuu Gaafata?
Yeroon darbee fi gaarii dha jennee yaannu, yaanni keenya akka hihhiramu yommuu godhutti maal irratti xiyyeeffachuu qabna?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Fakkeenya Waaʼee Namicha Biyya Samaariyaa Dubbatu
Duuka buutonni Yesuus namoota isaan irraa baayʼee adda taʼanitti illee, jaalala argisiisuuf carraaqii addaa gochuu qabu.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Siyaasa Keessa Galuu Irraa Of Qusachuun Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi? (Mik 4:2)
Fakkeenya Waaqa keenya isa namoota wal hin caalchisnee hordofuudhaan, namoota hundumaaf gaarii gochuu nu barbaachisa.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Isin Dimbiixota Hedduu Caalaa Gatii Guddaa Qabdu”
Warra ariʼatamni isaan irra gaʼaa jiruuf yaaduudhaan fakkeenya Yihowaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Fakkeenya Waaʼee Ilma Badee Dubbatu
Fakkeenya kana irraa, ogummaa, gad of qabuu fi Yihowaatti amanamuu ilaalchisee maal baranna?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Ilmi Badee Ture ni Deebiʼe
Viidiyoo kana irraa barumsawwan barbaachisoo akkamii barachuu dandeessa?