Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Adoolessa 16-22

LUQAAS 10-11

Adoolessa 16-22

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Fakkeenya Waaʼee Namicha Biyya Samaariyaa Dubbatu”: (Daq. 10)

    • Luq 10:29-32—Jalqaba lubni tokko, achiis Leewwiin tokko nama Yihudaa lammii isaanii taʼee fi saamtotaan miidhame utuu hin gargaarin hafaniiru [nwtsty miidiyaa Luqaas 10:30 taphachiisi.] (w02-AM 9/1 16-17 key. 14-15)

    • Luq 10:33-35—Namni Samaariyaa tokko nama miidhame kanatti jaalala guddaa argisiiseera (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa Luqaas 10:33, 34)

    • Luq 10:36, 37—Namoota sadarkaan jireenyaa isaanii nuu wajjin qixxee taʼee fi sanyii, qomoo ykn lammii keenya taʼan qofatti utuu hin taʼin namoota hundatti jaalala argisiisuu qabna (w98-AM 7/1 31 key. 3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 10:18—Yesuus barattoota isaa 70n, “Seexanni akka bakakkaatti yommuu samii irraa kufu argeera” yommuu jedhu maal jechuu isaa ture? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa; w08 3/15 31 key. 11)

    • Luq 11:5-9—Fakkeenyi waaʼee namicha irra deddeebiʼee kadhate ibsu kadhannaa ilaalchisee maal nu barsiisa? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 10:1-16

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni sun yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokko kaasa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni sun nyaachaa akka jiru isinitti hima.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU