Fakkeenya Waaʼee Ilma Badee Dubbatu
Fakkeenya kana irraa barumsawwan argannu tokko tokko jiru.
-
Eegumsa saba Waaqayyoo gidduutti argamu, akkasumas kunuunsa Abbaa keenya isa samii fi jaalala qabeessa taʼe jala jiraachuun ogummaa dha
-
Karaa Waaqayyoo irraa jalʼanneerra yoo taʼe, Yihowaan dhiifama nuu gochuuf fedhii akka qabu amanannaa qabaachuudhaan gad of qabnee gara isaatti deebiʼuu qabna
-
Namoota yaada geddaratanii gara gumiitti deebiʼan, miira hoʼaadhaan simachuudhaan fakkeenya Yihowaa hordofuu qabna