Adoolessa 9-15
LUQAAS 8-9
Faarfannaa 13 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Duuka Buutuu Koo Taʼi—Kun Maal Gochuu Gaafata?”: (Daq. 10)
Luq 9:57, 58—Namoonni Yesuus duukaa buʼan, Yihowaatti amanamuu qabu (it-2-E 494)
Luq 9:59, 60—Namoonni Yesuus duukaa buʼan, jireenya isaanii keessatti Mootummaa Waaqayyoof dursa kennu (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)
Luq 9:61, 62—Namoonni Yesuus duukaa buʼan, wantoonni addunyaa keessa jiran xiyyeeffannaa isaanii akka hihhiran hin heyyaman (nwtsty-AM miidiyaa; w12 4/15 15-16 key. 11-13)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Luq 8:3—Kiristiyaanonni kun Yesuusii fi ergamoota isaa kan “tajaajilan” akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Luq 9:49, 50—Yesuus namni duuka buutuu isaa hin taane maqaa isaatiin yommuu jinniiwwan baasu kan isa hin dhowwine maaliif ture? (w08 3/15 31 key. 2)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 8:1-15
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w12 3/15 27-28 key. 11-15—Mata Duree: Aarsaan Mootummichaaf Jennee Goonee Kam Iyyuu Nu Gaabbisiisuu Qabaa?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 9
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 134 fi Kadhannaa