Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Hiriyoonni gaaʼelaa, gaaʼela isaanii cimsuu kan dandaʼan akkamitti?

Caqasa: Efe 5:33

Yeroo Itti Aanuuf: Warri, ijoollee itti gaafatamummaan isaanitti dhagaʼamu guddisuu kan dandaʼan akkamitti?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Warri, ijoollee itti gaafatamummaan isaanitti dhagaʼamu guddisuu kan dandaʼan akkamitti?

Caqasa: Fak 22:6

Yeroo Itti Aanuuf: Dargaggoonni rakkina irraa fagaachuu kan dandaʼan akkamitti?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Dargaggoonni rakkina irraa fagaachuu kan dandaʼan akkamitti?

Caqasa: Fak 4:5, 6

Yeroo Itti Aanuuf: Ogummaa jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti nu gargaaru eessaa argachuu dandeenya?