Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Qajeelfama Murtii Qajeelaa Kennuuf Gargaaru

Qajeelfama Murtii Qajeelaa Kennuuf Gargaaru

Hin loogin (Kes 16:18, 19; it-1-E 343 key. 5)

Dhugaa isaa mirkaneeffadhu (Kes 17:4-6; it-2-E 511 key. 7)

Dhimma ulfaataa taʼe irratti gargaarsa gaafadhu (Kes 17:8, 9; it-2-E 685 key. 6)

Jaarsoliin gumii keessatti murtii yeroo kennan qajeelfama kana of eeggannoodhaan hordofuu qabu.