Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Adoolessa 26–Hagayya 1

KEESSA DEEBII 19-21

Adoolessa 26–Hagayya 1

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Lubbuun Namaa Yihowaa Duratti Gatii Guddaa Qaba”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Kes 21:19—Bakki murtiin itti kennamu karra magaalaa biratti akka taʼu kan godhame maaliif ture? (it-1-E 518 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 19:1-14 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 37

  • ‘Nagaadhaan Karaa Keessan Irra Deemaa’: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Balaan akka hin geenye of eeggannoo gochuu kan qabnu maaliifi? Of eeggannoo gochuuf maalfaa gochuu dandeenya?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 11 key. 9-17

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 108 fi Kadhannaa