BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Lubbuun Namaa Yihowaa Duratti Gatii Guddaa Qaba
Gara magaalota itti baqatanii dhaquun salphaa ture (Kes 19:2, 3; w17.11 14 key. 4)
Magaalonni itti baqatan dhiiga namaatiin akka itti hin gaafatamne Israaʼelotaaf eegumsa godhu turan (Kes 19:10; w17.11 15 key. 9)
Obboleessa tokkoof jibba qabna taanaan, jibbi kun gara dhiiga dhangalaasuutti nu geessuu dandaʼa (Kes 19:11-13; it-1-E 344)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Karaawwan ilaalcha Yihowaan lubbuudhaaf qabu akkan qabu argisiisuu itti dandaʼu kamfaʼi?’