Adoolessa 5-11
KEESSA DEEBII 11-12
Faarfannaa 40 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Akkamitti Akka Isa Waaqeffannu Barbaada?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 11:29—Caqasni kun raawwii isaa kan argate akkamitti taʼuu dandaʼa? (it-1-E 925-926)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 11:1-12 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
“Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Miira Namootaa Hubadhaa”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Miira Namootaa Hubachuudhaan jedhamu taphachiisi.
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Rakkina—Yaq 1:13 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 10 key. 8-12 fi saanduqa 10A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 72 fi Kadhannaa