Hagayya 16-22
KEESSA DEEBII 27-28
Faarfannaa 89 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Eebbawwan kun Hundi Hordofanii Si Bira Gaʼu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 27:17—Seerri Yihowaa mallattoo daangaa nama kan biraa iddoo isaatii siqsuu kan dhoowwu maaliifi? (it-1-E 360)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 28:1-14 (th qoʼannaa 11)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Nama haasofsiistuuf waraqaa affeerrii walgaʼii gumii kenni; achiis viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisi. (th qoʼannaa 3)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lvs 234 key. 21-22 (th qoʼannaa 9)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Uumamni Jaalala Yihowaa kan Mulʼisu Akkamitti?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Uumamni Jaalala Yihowaa Mulʼisa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 12 key. 7-14
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 14 fi Kadhannaa