Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Eebbawwan kun Hundi Hordofanii Si Bira Gaʼu’

‘Eebbawwan kun Hundi Hordofanii Si Bira Gaʼu’

Namoonni sagalee Yihowaa dhagaʼan eebba hedduu argatu (Kes 28:1, 3-6; w10 12/15 19 key. 18)

Eebbawwan Yihowaa tajaajiltoota isaa warra ajajamoo taʼan hordofanii bira gaʼu (Kes 28:2; w01-AM 9/15 10 key. 2)

Yihowaan ‘gammachuudhaan, akkasumas garaa gammaduun’ akka isaaf ajajamnu barbaada (Kes 28:45-47; w10 9/15 8 key. 4)

Tajaajiltoonni Yihowaa ajajamoo taʼan yeroo harʼaatti eebba hedduu argachaa jiru, dhiheenyatti immoo eebbawwan waadaa galaman hordofanii isaan bira gaʼu.