Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Seerichi Yihowaan Bineeldotaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?

Seerichi Yihowaan Bineeldotaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?

Namni tokko horii miidhaan irra gaʼe argee callisee bira darbuu hin qabu (Kes 22:4; it-1-E 375-376)

Haadhoo simbiraa irratti gocha gara jabina raawwachuun sirrii miti (Kes 22:6, 7; it-1-E 621 key. 1)

Horii gosa garaa garaa walitti camaduun sirrii miti (Kes 22:10; w03-AM 10/15 32 key. 1-2)

Yihowaan akkaataa bineeldota itti qabnuuf xiyyeeffannaa ni kenna. Bineeldotatti garaa jabaachuu ykn ispoortiidhaaf jennee isaan ajjeesuu hin qabnu.—Fak 12:10.