Hagayya 23-29
KEESSA DEEBII 29-30
Faarfannaa 3 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaa Tajaajiluun Baayʼee Ulfaataa Miti”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 29:4—Israaʼelonni fakkeenya akeekkachiisaa kan nuuf taʼan akkamitti? (it-1-E 665 key. 3)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 29:1-18 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka jalqabu affeeri; viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 6)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lvs 226-227 key. 3-5 (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Ija Jabeeyyii Taʼuu ni Dandeenya”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Fakkeenya Namoota Sodaatanii Utuu hin Taʼin, Fakkeenya Namoota Ija Jabeeyyii Taʼanii Hordofaa! jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 12 key. 15-21
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 90 fi Kadhannaa