Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaa Tajaajiluun Baayʼee Ulfaataa Miti

Yihowaa Tajaajiluun Baayʼee Ulfaataa Miti

Ajajawwan Waaqayyoo barachuunis taʼe hojii irra oolchuun humna keenyaa ol miti (Kes 30:11-14; w09-AM 11/1 31 key. 2)

Yihowaan tokkoon tokkoon keenyaaf filannoo kenneera (Kes 30:15; w09-AM 11/1 31 key. 1)

Yihowaan jireenya akka filannu barbaada (Kes 30:19; w09-AM 11/1 31 key. 4)

Yihowaan qajeelfamaa fi jabina akka nuuf kennu amanannaa qabna taanaan isa tajaajiluun baayʼee nutti hin ulfaatu.