BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Fakkeenyota Faarfannaa Geggeessaa Hafuuraatiin Barreeffame Keessatti Ibsaman Irraa Baradhaa
Barumsi keenya akka fixeensaa taʼuu ni dandaʼa (Kes 32:2, 3; w20.06 10 key. 8-9; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)
Yihowaan Qarsaa dha (Kes 32:4; w09-AM 5/1 14 key. 4)
Akkuma risaan cuucota ishii eegdu Yihowaanis saba isaatiif eegumsa ni godha (Kes 32:11, 12; w01-AM 10/1 9 key. 7)
Fakkeenyota gaggaarii yeroo barsiistu itti fayyadamtu eessaa argachuu dandeessa?