Hagayya 9-15
KEESSA DEEBII 24-26
Faarfannaa 137 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Seerichi Yihowaan Dubartootaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 24:1—Seerri Musee namni tokko haadha manaa isaa hiikuun akka isaaf salphatu godhaa jechuu kan hin qabne maaliifi? (it-1-E 640 key. 5)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 26:4-19 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 2)
Haasaa: (Daq. 5) w19.06 23-24 key. 13-16—Mata Duree: Namoota Hiriyaa Gaaʼelaa Isaanii Duʼaan Dhaban Jajjabeessuu fi Deggeruu kan Dandeenyu Akkamitti? (th qoʼannaa 20)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dubartoota Maanguddoo Akka Haadhotaatti, Dubartoota Umurii Dargaggummaa Irra Jiran Immoo Akka Obboleettotaatti Ilaalaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gumii Keessatti Jaalala hin Badne Argisiisaa—Dubartoota Abbaan Manaa Irraa Duʼee fi Ijoollee Abbaa hin Qabnetti jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 12 key. 1-6, viidiyoo beeksisaa fi saanduqa 12A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 101 fi Kadhannaa