Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Ta’u

Maree Fakkeenya Ta’u

Dhugaa Ba’uu

Gaaffii: Kaayyoon Waaqayyo namootaaf qabu maali dha?

Caqasa: Uma 1:28

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo kaayyoo namootaaf qabu akka raawwatu akkamitti beekna?

Deddeebii Gaaffii

Gaaffii: Waaqayyo kaayyoo namootaaf qabu akka raawwatu akkamitti beekna?

Caqasa: Isa 55:11

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo yeroo kaayyoo isaa galmaan ga’utti jireenyi maal fakkaata?