Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Waaqa Haqaa ti

Yihowaan Waaqa Haqaa ti

Yihowaan jal’ina haqaa Gibe’onota irratti raawwatame hin irraanfanne (2Sa 21:1, 2)

Rakkina yakka dhiiga dhangalaasuu Saa’olii fi maatiin isaa raawwataniin dhufe meetii fi warqiin hambisuu hin danda’u ture (Lak 35:31, 33; 2Sa 21:3, 4)

Haqni akka raawwatamu gochuuf sanyii Saa’ol keessaa namoonni torba ajjeefamaniiru (2Sa 21:5, 6; it-1-E 932 key. 1)

Karaa haqa hin qabneen yeroo qabamnu Roomaan 12:19-21 nu gargaaruu kan danda’u akkamitti?