Adoolessa 18-24
2 SAAMU’EL 22
Faarfannaa 4 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gargaarsa Yihowaatti Amanami”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Sa 22:36—Gad of qabuun Yihowaa, Daawitiin guddaa kan godhe akkamitti? (w12 11/15 17 key. 7)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 22:33-51 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenniif. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 3)
Haasaa: (Daq. 5) w06 9/1 4-5 key. 7-8—Mata Duree: Rakkina Hunda kan Geessisu Seexana dhaa? (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Gochawwan Fayyinaa Yihowaatti Gammadaa: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Yihowaan yeroo Sirii Laankaatti waraanni godhametti maatii Gaanashaaliingaam kan gargaare akkamitti? Muuxannoon kun amantii kee kan cimse akkamitti?
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff irra deebii kutaa 1
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 60 fi Kadhannaa