Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Gargaarsa Yihowaatti Amanami

Gargaarsa Yihowaatti Amanami

Yihowaan iyya nuti gargaarsa argachuuf dhageessisnu ni dhaga’a (2Sa 22:7)

Yihowaan diina kam iyyuu caalaa jabaadha (2Sa 22:14-18; cl 22 key. 11)

Yihowaan nu gargaaruuf amanamummaadhaan tarkaanfii fudhata (2Sa 22:26; w10-AM 6/1 26 key. 4-6)

Yihowaan rakkina nu irra ga’u balleessuu ni danda’a. Haa ta’u malee, yeroo baay’ee hafuura qulqulluu, Dubbii isaa fi obboloota keenyatti fayyadamuudhaan rakkina nu mudate akka dandamannu nu gargaara. (Fr 55:22) Gargaarsa Waaqayyoo argachuuf maalfaa gochuu dandeenya?