Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Adoolessa 25-31

2 SAAMU’EL 23-24

Adoolessa 25-31

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Kennaan Dhiheessaa Jirtu Aarsaadhaa?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 23:15-17—Daawit bishaanicha dhuguu kan dide maaliifi? (w05-AM 5/15 19 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 23:1-12 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 17

  • Aarsaa Keessan Fedhiidhaan Dhiheessaa (Fr 54:6): (Daq. 9) Viidiyicha taphachiisi.

  • Michuu Yihowaa Ta’i—Aarsaa Kaffaluu: (Daq. 6) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, kan danda’amu taanaan, ijoollee xixinnoo dursitee qopheessite gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Soofiyaa fi Kaaleb aarsaa akkamii kaffalan? Fakkeenyi Yesuus Kaalebiin kan gargaare akkamitti? Atoo Yihowaa fi warra kaaniif aarsaa akkamii kaffalteetta?

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 13 fi ibsa dabalataa 1

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 32 fi Kadhannaa