BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Baarzilaay—Nama Humna Ofii Beekuu Irratti Fakkeenya Ta’u
Daawit Mootichi mirga tokko isaaf kennuuf Baarzilaayiin gaafatee ture (2Sa 19:32, 33; w07-AM 7/15 14 key. 5)
Baarzilaay humna isaa waan beekuuf affeerraa isaaf dhihaate akka hin fudhanne kabajaan ibseera (2Sa 19:34, 35; w07-AM 7/15 14 key. 7)
Akkuma Baarzilaay humna keessan kan beektan ta’aa (w07-AM 7/15 15 key. 1-2)
Humna keenya beekuun keenya wanta gochuu dandeenyuu fi gochuu hin dandeenye beekuuf nu gargaara. Yihowaa gammachiisuuf humna keenya beekuu qabna. (Mik 6:8) Amala kana yommuu argisiisnu kan fayyadamnu akkamitti?