Hagayya 1-7
1 MOOTOTA 1-2
Faarfannaa 98 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Dogoggora Kee Irraa ni Barattaa?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 1:28-40 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiru fayyadami. Kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 11)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Achiis viidiyoo Galma Walga’ii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin), akkasumas walga’ii irratti akka argamu affeeri. (th qoʼannaa 20)
Haasaa: (Daq. 5) km 1/15 2 key. 1-3—Mata Duree: Warra Tajaajila Irratti Bu’a Qabeeyyii Ta’an Irraa Baradhaa. (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Waggaa Tajaajilaa isa Haaraatti Galma Baafadhaa—Foormii Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa Guutaa”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa—Foormii Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa Guutaa jedhamu taphachiisi.
“Waggaa Tajaajilaa isa Haaraatti Galma Baafadhaa—Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godhaa”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa—Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godhaa jedhamu taphachiisi.
Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 14
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 24 fi Kadhannaa