Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Dogoggora Kee Irraa ni Barattaa?

Dogoggora Kee Irraa ni Barattaa?

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Mootota jedhamu taphachiisi.]

Adoniyaan malaan aangoo fudhachuuf erga yaalee booda dhiifamni isaaf godhamee ture (1Mo 1:5, 52, 53; it-2-E 987 key. 4)

Adoniyaan dogoggora isaa irraa waan hin baranneef gochi isaa miidhaa isa irraan geessiseera (1Mo 2:15-17, 22, 23; it-1-E 49)

Namni ogeessi dogoggora isaa irraa ni barata. Kana caalaa immoo dogoggora warra kaanii irraa ni barata.—1Qo 10:11.