Hagayya 22-28
1 MOOTOTA 7
Faarfannaa 7 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Wanta Utubaawwan Lamaan Irraa Barannu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Mo 7:23—‘Galaana sibiila baqfame’ irraa tolfamee fi mana qulqullummaatiif hojjetame irraa maal barachuu dandeenya? (it-1-E 263)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 7:1-12 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa ta’e tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, qo’annaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 3)
Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 06 qabxii 6 fi Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
“Duula Addaa Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Jalqabsiisuuf Ji’a Fulbaanaatti Godhamu”: (Daq. 10) Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Ba’uu: Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu—Fr 37:29 jedhamu taphachiisi. Qophii gumichi duulichaaf godhe dubbadhu.
Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff Barumsa 17
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 13 fi Kadhannaa