Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wanta Utubaawwan Lamaan Irraa Barannu

Wanta Utubaawwan Lamaan Irraa Barannu

Barandaa mana qulqullummaatiif utubaawwan guguddaan lama hojjetamanii turan (1Mo 7:15, 16; w13-AM 12/1 13 key. 3)

Utubaawwan kanaaf maqaan hiika qabu kennamee ture (1Mo 7:21; it-1-E 348)

Yihowaan Israa’elonni yeroo isatti amanamaa turanitti mana qulqullummaa ‘jabeessanii akka dhaaban’ isaan gargaara ture (1Mo 7:21, milj.; Fr 127:1)

Yihowaan rakkinoota hedduu moonee gara dhugaatti akka dhufnu nu gargaareera. Haa ta’u malee, ‘amantiitti cimnee dhaabbachuuf’ isatti amanamuu keenya itti fufuu qabna.—1Qo 16:13.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yihowaatti akkan amanamuu argisiisaa kanan jiru akkamitti?’