Hagayya 29–Fulbaana 4
1 MOOTOTA 8
Faarfannaa 41 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Kadhannaa Solomoon Gad of Qabuudhaan Garaadhaa Uummata Duratti Dhiheesse”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Mo 8:27—Yaadni Solomoon dubbate kun maal jechuu miti? (it-1-E 1060 key. 4)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 8:31-43 (th qoʼannaa 12)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenniif. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 15)
Haasaa: (Daq. 5) km 5/10 2—Mata Duree: Tajaajiltoonni Kiristiyaana Ta’an Kadhachuun Isaan Barbaachisa. (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Kadhannaa Keessaan Akkamitti Deebisaa Akka Jiru Hubachuuf ni Carraaqxuu?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Yihowaan Isa Kadhannaa Dhaga’u Dha’ jedhamu taphachiisi.
Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 18 qabxii 1-5
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 107 fi Kadhannaa