Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Faayidaa Ogummaan Qabu

Faayidaa Ogummaan Qabu

Solomoon Yihowaan ogummaa akka isaaf kennu gaafatee ture (1Mo 3:7-9; w11 12/15 8 key. 4-6)

Wanti Solomoon kadhate Yihowaa gammachiiseera (1Mo 3:10-13)

Solomoon ogummaa Waaqayyootiif iddoo guddaa waan kenneef sabichi nagaadhaan jiraachuu danda’eera (1Mo 4:25)

Namni ogeessa jedhamu nama beekumsaa fi hubannaa argateetti fayyadamee murtoo gaarii godhu dha. Ogummaan warqii caalaa gatii qaba. (Fak 16:16) Waaqayyoon kadhachuu, isa sodaachuu, gad of qabuu fi humna keenya beekuudhaan, akkasumas Dubbii Waaqayyoo gad fageenyaan qo’achuudhaan ogummaa argachuu dandeenya.