Adoolessa 17-23
IZRAA 9-10
Faarfannaa 89 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Miidhaa Cimaa Ajajamuu Diduun Geessisu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iz 10:44—Haadhotii manaa isaanii ijoollee isaanii waliin kan geggeessan maaliifi? (w06-AM 1/15 20 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iz 9:1-9 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiru beeksisuuf, tiraaktii Rakkinni Ni Badaa? jedhamu fayyadami. (th qoʼannaa 13)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri, viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 6)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 11 seensaa fi qabxii 1-3 (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Ajajamuun Eegumsa Argamsiisa (2Ta 1:8): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Armaagedoon dura maaltu raawwatama?
Ajajamuun keenya amma faayidaa akkamii nuuf argamsiisa?
Armaagedoonii fi ajajamuu gidduu hariiroo akkamiitu jira?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 50 qabxii 6-7, maal baratte?, irra deebii fi galma
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 133 fi Kadhannaa