Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Adoolessa 24-30

NAHIMIYAA 1-2

Adoolessa 24-30

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yeruma Sana . . . Nan Kadhadhe”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Nah 2:4—Nahimiyaan waaʼee dhimma kanaa kan kadhate yeroo kanatti qofa turee? Nutoo kan irraa maal baranna? (w86-E 2/15 25)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Nah 2:11-20 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 44

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Yihowaan Kadhannaa ni Dhagaʼa: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Viidiyoon kun waaʼee kadhannaa maal nu barsiisa?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 51

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 102 fi Kadhannaa