BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yeruma Sana . . . Nan Kadhadhe”
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Nahimiyaa jedhamu taphachiisi.]
Nahimiyaan gaaffii mootichaa deebisuu isaa dura kadhateera (Nah 2:2-4; w08 2/15 3 key. 5)
Mootichi wanta Nahimiyaan gaafate isaaf raawwateera (Nah 2:5, 6)
KANA IRRATTI XIINXALI: Namni tokko akka tasaa waaʼee amantii kee akka isaaf ibsitu yoo si gaafate maal gochuu dandeessa?—be 177 key. 4.