Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Adoolessa 3-9

IZRAA 4-6

Adoolessa 3-9

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Hojii . . . Kana Keessa hin Seeninaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iz 6:13—Yaadni “Lagicha Gama” jedhu barbaachisaa kan taʼe maaliifi? (w93-AM 6/15 32 key. 3-5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iz 4:8-24 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Rakkina—Yaq 1:13 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii, gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Waaʼee weebsaayitii keenyaa itti himiitii kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 9)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU