BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Hojii . . . Kana Keessa hin Seeninaa”
Dhorkaan jiraatus, Yeshuwaa Lubni Olaanaanii fi Zarubaabel inni Bulchaa taʼe mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu irratti dursa fudhataniiru (Iz 5:1, 2; w22.03 18 key. 13)
Mormitoonni hojichi akka hojjetamu eenyu akka ajaje yommuu gaafatan, Yihudoonni labsii Qiiros baase caqasan (Iz 5:3, 17; w86-E 2/1 29, saanduqa key. 2-3)
Mootichi labsii kanaan dura ture sana raggaasise, akkasumas mormitoonni kun hojicha keessa seenuu akka dhiisan ajaje (Iz 6:7, 8; w22.03 15 key. 7)
KANA IRRATTI XIINXALI: Seenaan Kitaaba Qulqulluu kun, qajeelfama namoota Yihowaan akka geggeessaniif muude irraa kennamee fi guutummaatti hin hubanneef ajajamuuf kan nu gargaaru akkamitti?—w22.03 19 key. 16.