Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Adoolessa 31–Hagayya 6

NAHIMIYAA 3-4

Adoolessa 31–Hagayya 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada duuba birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu irra jiruun mariisisi, akkasumas qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 12)

  • Haasaa: (Daq. 5) km 11/12 1—Mata Duree: Wanta Hojjettanitti Gammadaa. (th qoʼannaa 10)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 91

  • Dhugaa Baatota Yihowaa Wajjin Hojjechuu: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Amalli bakka hojiitti argisiisnu dhugaa baʼiinsa kan kennu akkamitti akka taʼe ilaalchisee viidiyoon kun maal nu barsiisa?

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 7)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 52

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 29 fi Kadhannaa