Hagayya 14-20
NAHIMIYAA 8-9
Faarfannaa 110 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gammachuun Yihowaa Dahoo Keessani”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Nah 8:2, 8—Israaʼelonni walitti qabaman sun Seerichi yeroo dubbifamu ‘dhagaʼanii hubachuu kan dandaʼan’ taanaan, Leewwonni ibsa kennuun isaanii maaliif barbaachise? (it-1-E 145 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Nah 8:1-12 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 13)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri; viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 11)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 11 qabxii 5 fi Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Gammachuu Maatii Keetiif Gumaacha Gochuu ni Dandeessa”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 54
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 123 fi Kadhannaa