BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Aarsaa Dhuunfaa Yihowaadhaaf Kaffalaniiru
Maatiiwwan dhaala isaanii dhiisanii Yerusaalemitti akka galan gaafatamanii turan (Nah 11:1; w98-AM 10/15 22 key. 13)
Warri aarsaa kana kaffalan eebbifamaniiru (Nah 11:2; w86-E 2/15 26)
Eebbi Yihowaan kennu yeroo hundumaa aarsaa kaffallu irra ni caala (Mil 3:10; w16.04 8 key. 15)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yihowaa tajaajiluuf jecha aarsaa kaffaluu kootiin eebbawwan akkamii argadheera?’