Hagayya 28–Fulbaana 3
NAHIMIYAA 12-13
Faarfannaa 34 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Michoota Yeroo Filattan Yihowaaf Amanamoo Taʼaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Nah 13:10—Mana qulqullummaa keessatti kan faarfatan Leewwota erga taʼanii Leewwotaa fi faarfattoota jedhanii adda adda baasuun kan barbaachise maaliifi? (it-2-E 452 key. 9)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Nah 12:27-39 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Waaʼee weebsaayitii keenyaa itti himiitii kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 16)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu tolaan qoʼachiisuuf goone itti himiitii kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 3)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 11 maal baratte, irra deebii fi galma (th qoʼannaa 20)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
“Jaalala Amanamaa Yihowaa Hordofaa”: (Daq. 10) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 55 qabxii 5, maal baratte, irra deebii fi galma
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 84 fi Kadhannaa