Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Michoota Yeroo Filattan Yihowaaf Amanamoo Taʼaa

Michoota Yeroo Filattan Yihowaaf Amanamoo Taʼaa

Amoononnii fi Moʼaabonni saba Waaqayyoo mormanii waan turaniif gara ‘gumii Waaqa dhugaatti akka galan’ isaaniif hin heyyamamu ture (Nah 13:1, 2; it-1-E 95 key. 5)

Eliyaashiib inni Luba Olaanaa ture namni Amoon tokko galma nyaataa mana qulqullummaa keessatti argamutti akka fayyadamu heyyamee ture (Nah 13:4, 5; w13 8/15 4 key. 5-6)

Nahimiyaan qophii Eliyaashiib nama diina Waaqayyoo taʼe kanaaf godhe addaan kutuudhaan Yihowaadhaaf amanamaa taʼuu isaa argisiiseera (Nah 13:7-9)

Michoota Yihowaa hin jaalanne kan filannu yoo taʼe Yihowaadhaaf amanamaa taaneerra jechuu ni dandeenyaa?—w96-AM 3/15 16 key. 6.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Michootan filadhe ilaalchisee Yihowaatti maaltu dhagaʼama?’