Hagayya 7-13
NAHIMIYAA 5-7
Faarfannaa 17 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Nahimiyaan Tajaajiluu Malee, Tajaajilamuu hin Barbaadu Ture”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Nah 6:13—Nahimiyaan mana qulqullummaa keessa yoo dhokate cubbuu hojjechuu kan itti taʼu maaliifi? (w07 7/1 31 key. 15)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Nah 5:1-13 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 9)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniif. (th qoʼannaa 6)
Haasaa: (Daq. 5) w13 5/15 7 key. 17-19—Mata Duree: Lallabdoonni Wangeelaa Milkaaʼoo Taʼan Wal Gargaaru. (th qoʼannaa 20)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Nu Tajaajiluuf Jecha Jabaatanii Hojjetu”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 53
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 35 fi Kadhannaa