Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Nahimiyaan Tajaajiluu Malee, Tajaajilamuu hin Barbaadu Ture

Nahimiyaan Tajaajiluu Malee, Tajaajilamuu hin Barbaadu Ture

Nahimiyaan aangoo isaa faayidaa dhuunfaa argachuuf itti hin fayyadamne (Nah 5:14, 15, 17, 18; w02-AM 11/1 27 key. 4)

Nahimiyaan hojicha toʼachuu qofa utuu hin taʼin, irrattis hirmaateera (Nah 5:16; w16.09 6 key. 16)

Nahimiyaan fedhii isaa aarsaa gochuudhaan jaalala argisiiseef Yihowaan akka isa yaadatu kadhateera (Nah 5:19; w00-AM 2/1 32)

Nahimiyaan bulchaa yoo taʼeyyuu, wanti addaa akka isaaf godhamu hin eegne. Nahimiyaan namoota gumii keessatti mirgaa fi itti gaafatamummaa qabaniif fakkeenya gaarii taʼa.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Wanta warri kaan naaf gochuu dandaʼan caalaa, wantan isaaniif gochuu dandaʼu irratti nan xiyyeeffadhaa?’