Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Adoolessa 8-14

FAARFANNAA 60-62

Adoolessa 8-14

Faarfannaa 2 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Yihowaan nu Tasgabbeessa, nu Eega, Akkasumas Akka Nuti hin Raafamne Godha

(Daq. 10)

Yihowaan akka masaraa jabaati (Fr 61:3; it-2-E 1118 key. 7)

Yihowaan dunkaana isaa keessa keessummaa taanee akka jiraannu nuuf heyyama (Fr 61:4; it-2-E 1084 key. 8)

Yihowaan akka qarsaati (Fr 62:2; w02-AM 4/15 16 key. 14)


AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yihowaa beekuun koo fi isatti amanamuun koo jireenya koo kan fooyyesse akkamitti?’

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 62:11—“Jabinni kan Waaqayyoo” kan taʼe karaa kamiini? (w06-AM 6/1 11 key. 6)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama gaarummaa sitti argisiise tokkoo wajjin marii jalqabi. (lmd barumsa 2 qabxii 3)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Waaʼee appilikeeshinii JW Laayibrarii® itti himiitii akkamitti akka feʼatu itti argisiisi. (lmd barumsa 7 qabxii 4)

6. Haasaa

(Daq. 5) w22.02 4-5 key. 7-10—Mata duree: Yeroo Qajeelfamni Siif Kennamu Yihowaatti Amanami. (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 12

7. Wanti tokkoyyuu ‘Jaalala Waaqayyoo Irraa Gargar Nu Hin Baasu’

(Daq. 10) Mariidhaan kan dhihaatu.

VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Yihowaan yeroo ariʼatamni obboleessa Naayirendaa irra gaʼetti karaawwan kamiin isa kunuunse?

8. Michuu Yihowaa Taʼi—Ulaagaalee Cuuphaa

(Daq. 5) Mariidhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis, dandaʼamnaan ijoollee dursitee filatte gara waltajjiitti affeeriitii akkana jedhii isaan gaafadhu: Cuuphamuudhaaf umurii caalaa wanti barbaachisaa taʼe maalidha? Ulaagaaleen cuuphaa tokko tokko maalfaʼi?

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 63 fi Kadhannaa