Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Hagayya 12-18

FAARFANNAA 73-74

Hagayya 12-18

Faarfannaa 36 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Namoota Yihowaa hin Tajaajilletti Yoo Hinaafne Maal Gochuu Qabna?

(Daq. 10)

Namoota Waaqayyoon hin tajaajilletti hinaafuu dandeenya (Fr 73:3-5; w20.12 19 key. 14)

Obboloota keenyarraa adda of baasuu mannaa, isaanii wajjin Yihowaa waaqeffachuudhaan ilaalcha gaarii qabaachuu ni dandeenya (Fr 73:17; Fak 18:1; w20.12 19-20 key. 15-16)

Namoonni Waaqayyoon hin tajaajille “lafa mucucaatu irra” jiru, warri isa tajaajilan immoo ‘ulfina’ argatu (Fr 73:18, 19, 24; w14 4/15 4 key. 5; w13 2/15 25-26 key. 3-5)

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 74:13, 14—“Lewaataan” maal argisiisa? (it-2-E 240)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Yaada dhiheenyatti gumii irratti baratte tokko nama beektutti himuuf carraa si dandeessisu argachuuf yaali. (lmd barumsa 2 qabxii 4)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) LALLABA ADDABAABAAYII. Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeriitii qoʼachiisi. (lmd barumsa 8 qabxii 3)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Haasaa. ijwbq 89—Mata duree: Amantiin Hundi Gaariidhaa? (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 72

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 98 fi Kadhannaa