Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Hagayya 19-25

FAARFANNAA 75-77

Hagayya 19-25

Faarfannaa 120 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Of hin Jajinaa—Maaliif?

(Daq. 10)

Namoonni of jajan Waaqayyoon gaddisiisu (Fr 75:4; 1Xi 3:6; w18.01 28 key. 4-5)

Hojiin ykn mirgi gumii keessatti qabnu kennaa Yihowaan nuuf kennedha malee dandeettii keenyaan kan arganne miti (Fr 75:5-7; w06-AM 7/15 11 key. 3)

Yihowaan bulchitoota of tuuloo dabalatee namoota of tuulan gadi qaba (Fr 76:12)

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 76:10—“Dheekkamsi namaa” Yihowaan akka jajamu kan godhu akkamitti? (w06-AM 7/15 11 key. 4)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Afaan namni sun filatuun jw.org irraa viidiyoo tokko itti argisiisiitii irratti mariʼadhaa (garuu hin taphachiisin). (lmd barumsa 1 qabxii 4)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Namni haasofsiistu Waaqayyotti akka hin amanne yommuu sitti himu yaada isa mariisisuuf qophoofte irratti sirreeffama godhi. (lmd barumsa 2 qabxii 5)

6. Barattoota Gochuu

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 127

7. Yeroo Warri Kaan Isin Jajan Amanamoo Taʼaa

(Daq. 7) Mariidhaan kan dhihaatu.

VIIDIYOO Akkuma Yesuus Amanamoo Taʼaa—Yommuu Jajamtanitti jedhamu taphachiisi. Achiis, akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Wanta Sargeen yeroo namoonni isa jajanitti godhe irraa maal baratte?

8. Jiʼa Fulbaanaatti Kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! Jedhamutti Fayyadamnee Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Jalqabsiisuuf Duula Addaa Goona

(Daq. 8) Haasaa ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin dhihaatu. Duulichaaf obboloota kakaasi, akkasumas qophii gumichi godhe ibsi.

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 95 fi Kadhannaa