Obboleettota Maadaagaaskaar keessatti birooshura Misiraachoo jedhamutti fayyadamaa jiran

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Amajjii 2016

Akkaataa Dhiheenyaa

Yaada barruulee Masaraa Eegumsaa, Dammaqaa! fi birooshura Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! jedhamu kennuuf gargaaru. Fakkeenya kennametti fayyadamii akkaataa dhiheenyaa qopheessi.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Waaqeffannaa Dhugaan Ciminaan Hojjechuu Gaafata

Kutannoo Hisqiyaas waaqeffannaa dhugaa iddootti deebisuuf qabu ilaali. Diyaagiraamii, kaartaa fi duraa duba yeroo wantoota 2 Seenaa 29-30 irra jiran ibsu fayyadami.

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Birooshura Misiraachootti Fayyadamuudhaan Qoʼachiisuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Malawwan salphaa birooshura Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! jedhutti fayyadamuudhaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu buʼa qabeessa taʼe geggeessuuf gargaaran shan.

JIREENYA KIRISTIYAANAA

Mirga Iddoowwan Waaqeffannaa Dhugaa Ijaaruu fi Kunuunsuuf Qabnu

Iddoo waaqeffannaa keenyatti jaalalaa fi hinaaffaa tajaajila qulqulluudhaaf qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Garaadhaa Qalbii Geddarachuudhaaf Iddoo Guddaa Kenna

Minaasee mootichi garaadhaa qalbii geddarachuun isaa buʼaa gaarii qaba ture. Bulchiinsa isaa boojiʼamuu isaa duraa fi booda jiru wal bira qabii ilaali. (2 Seenaa 33-36)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Waadaa Gale Ni Eega

Duraa duuba yeroo Izraa 1-5. Gufuu hedduun jiraatus Yihudoonni Baabilonii deebiʼan, waaqeffannaa dhugaa iddootti deebisan, mana qulqullummaa deebisanii ijaaran.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Tajaajiltoota Fedhiidhaan Isaaf Hojjetan Barbaada

Izraa fi warri isaa wajjin Yerusaalemitti deebiʼan amantiin, hinaaffaa fi ija jabinni isaan barbaachisa. Adeemsa isaanii yaaduuf fakkii fi kaartaatti fayyadami.

JIREENYA KIRISTIYAANAA

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Deddeebii Gaaffiidhaaf Haala Mijeessuu

Tarkaanfiiwwan namoota dhugaa Kitaaba Qulqulluutiif fedhii argisiisaniif deddeebii gaaffii buʼa qabeessa taʼe gochuuf gargaaran sadii.