Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 2 SEENAA 33-36

Yihowaan Garaadhaa Qalbii Geddarachuudhaaf Iddoo Guddaa Kenna

Yihowaan Garaadhaa Qalbii Geddarachuudhaaf Iddoo Guddaa Kenna

MINAASEE

Yihowaan warra Asoriin boojiʼamee funyoo sibiilaatiin hidhamee gara Baabilonitti akka geeffamu heyyame

BULCHIINSA ISAA ISA BOOJIʼAMUU DURAA

  • Waaqolii sobaatiif iddoo aarsaa ijaare

  • Ilmaan isaa aarsaa godhe

  • Dhiiga namoota qulqulluu dhangalaase

  • Guutummaa sabichaa keessatti gochawwan hafuurota xuraaʼoo babalʼise

BULCHIINSA ISAA ISA BOOJIʼAMUU BOODAA

  • Baayʼee gad of deebise

  • Yihowaa kadhate; aarsaa dhiheesse

  • Iddoowwan aarsaa waaqolii sobaa diige

  • Sabichi Yihowaa akka tajaajilu jajjabeesse

YOSIYAAS

GUUTUMMAA BULCHIINSA ISAATTI

  • Yihowaa barbaaddate

  • Yihudaa fi Yerusaalem qulqulleesse

  • Mana Yihowaa suphe; kitaaba Seerichaa argate