Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Amajjii 18-24

Izraa 1-5

Amajjii 18-24
  • Faarfannaa 26 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gadi)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yihowaan Waadaa Gale Ni Eega”: (Daq. 10) [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Izraa jedhamu taphachiisi.]

    • Iz 3:1-6—Raajiiwwan Yihowaan dubbatu utuu hin raawwatamin hin hafan (w06-AM 1/15 19 key. 2)

    • Iz 5:1-7—Yihowaan milkaaʼina saba isaatiif jecha haalawwan mijeessuu dandaʼa (w06-AM 1/15 19 key. 4; w86-E 1/15 9 key. 2; w86-E 2/1 29 saanduqa)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Iz 1:3-6—Israaʼeloonni gara Yerusaalemitti deebiʼuuf fedhii hin qabne amantiin isaanii hirʼuu hin turre kan jennu maaliifi? (w06-AM 1/15 17 key. 5; 19 key. 1)

    • Iz 4:1-3—Afeerrii gargaarsaaf dhihaate kan didan maaliifi? (w06-AM 1/15 19 key. 3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iz 3:10–4:7 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gadi) Mata duree dhumaa Masaraa Eegumsaa jiʼichaa itti argisiisi. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gadi) Nama mata duree dhumaa Masaraa Eegumsaa jiʼichaa irratti hundaaʼuudhaan haasofiisnee fi deebii gaarii kenneef akkamitti deddeebii gaaffii gochuun akka dandaʼamu hojiin argisiisaan dhiheessi. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gadi) Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu hojiin argisiisaan dhiheessi. (bh 20-21 key. 6-8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 40

  • “Kan Barbaachisu Hundinuu Immoo Isiniif In Kennama”: (Daq. 5) Haasaa Maatewos 6:33 fi Luqaas 12:22-24 irratti hundaaʼee dhihaatu. Babalʼistoonni Mootummicha dursuu isaaniitiin kan kaʼe Yihowaan karaa foonii waan isaan barbaachisu isaaniif guutuudhaan waadaa isaa kan eege akkamitti akka taʼe muuxannoo akka dubbatan afeeri.

  • Dubbii Keessan—“‘Eeyyee’ Achiis ‘Lakki’ Jechuudhaan Ni Jijijjiirtuu”?: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. (w14 3/15 30-32)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: cf boq. 16 key. 15-20, saanduqa ful. 199 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 53 fi Kadhannaa