Amajjii 25-31
Izraa 6-10
Faarfannaa 10 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gadi)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Tajaajiltoota Fedhiidhaan Isaaf Hojjetan Barbaada”: (Daq. 10)
Iz 7:10, hiika bara 1899—Izraan garaa isaa qopheeffatee ture
Iz 7:12-28—Izraan gara Yerusaalemitti deebiʼuuf qophii godhe
Iz 8:21-23—Izraan Yihowaan tajaajiltoota isaa akka eegu isatti amanameera
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Iz 9:1, 2—“Warra naannoo isaanii jiranii” wajjin gaaʼela godhachuun balaa akkamii qaba ture? (w06-AM 1/15 20 key. 1)
Iz 10:3—Ijoollee isaanii haadhotii manaa isaanii wajjin of biraa kan adeemsisan maaliifi? (w06-AM 1/15 20 key. 2)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iz 7:18-28 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gadi) Birooshura Misiraachoo kenniifiitii barumsa 8, gaaffii 1, keeyyata 1ffaa irratti mariʼadhaa. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gadi) Nama birooshura Misiraachoo fudhatee tureef akkamitti deddeebii gaaffii gochuun akka dandaʼamu hojiidhaan argisiisi. Barumsa 8, gaaffii 1, keeyyata 2ffaa irratti mariʼadhaa. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gadi) Birooshura Misiraachoo barumsa 8, gaaffii 1, keeyyata 2ffaatti fayyadamuudhaan qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu hojiidhaan argisiisi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Deddeebii Gaaffiidhaaf Haala Mijeessuu”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Dandeettii Fooyyeffachuu jiʼa Amajjii isa babalʼistoonni Masaraa Eegumsaa erga kennanii fi birooshura Misiraachoo erga kennanii booda deddeebii gaaffiidhaaf yeroo haala mijeessan argisiisu taphachiisi.
Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 8)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: cf boq. 17 key. 1-9 (Daq. 30)
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 30 fi Kadhannaa