Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 2 SEENAA 29-32

Waaqeffannaa Dhugaan Ciminaan Hojjechuu Gaafata

Waaqeffannaa Dhugaan Ciminaan Hojjechuu Gaafata

Hisqiyaas kutannoodhaan waaqeffannaa dhugaa iddootti deebiseera

29:10-17

  • Dh.K.D. 746-716

  • Bulchiinsa Hisqiyaas

    • NIISAAN Dh.K.D. 746

    • Guyyaa 1-8: Oobdii isa gara keessaa qulqulleessuu

    • Guyyaa 9-16: Mana Yihowaa qulqulleessuu

  • Guyyaa araarsaa Israaʼelootaa fi waaqeffannaan dhugaa iddootti deebisuu

    Dh.K.D. 740

Kufaatii Samaariyaa

Hisqiyaas namoonni garaa qajeelaa qaban waaqeffannaadhaaf akka walitti qabaman waame

  • 30:5, 6, 10-12

  • Guutummaa biyyattii keessatti, jechuunis Bersheebaadhaa kaasee hamma Daanitti xalayaa Ayyaana Faasikaa akka kabajan ibsu akka raabsan namoonni ni ergaman

• Namoonni tokko tokko yommuu isaaniitti gaʼisan, hedduun isaanii garuu ergaa isaanii fudhataniiru